Baga
Nagaan
Dhuftan
Waajjira Pilaanii fi
Misoomaa Mag. Shaggar
Qophii Karoora Misoomaa
bara 2018 fi Qabiyyee
Karoorri qabachuu qabu
irratti hubannoo uumuu by
Abbaa_Qalbii
Tartiiba
Karoorri tokko
itti qophaa’u
6-steps strategies planning for successful
implementation of planning
1. Seensa
2. Haala Waliigala Magaalaa/Kutaa
Magaalaa/Aanaa
#. Argama magaalaa (climate & demography)
#. Xiinxala raawwii hojiilee gurguddaa bara 2017
akka waliigalaatti … fkn: fayyaa, barnootaan,
tajaajila H2O fi kkk (Sekteraan adda bahamanii hin
ifoomani)
#. Hankaakiiwwaan (gabs) hojii misooma
magaalichaa keessatti adda bahaman
#carraawwaan magaalittiin qabaachuu maltu
6-steps strategies planning for successful
implementation of planning
2.1. Sakatta’insa Mana Hojii
• Aangoo fi Gahee mana hojichaa
• Mul’ataa, Ergama fi Duudhaalee mana
hojichaa
• Ergama ===>“Deebii Maaliif jiraanne (why do
we exist)?“
Vission ====>“Deebii garama deemna/maal
arguuf? what are we offering and where are
we heading".
Itti......
2.2. Xiinxala haala keessaa fi alaa (Complete a
SWOT Analysis) keessatti Cimina qabnu,
Hanqina/dadhabina qabnu, Carraa jiruu fi hojii
keenyaa raawwachuuf sodaa ta’uu malan sirriitti
ibsuudha. As keessatti yeroo xiinxala gadi
fageenyaa gaggeessinu karaa kanaa ta’uu qabaata
PESTET (Political, Economic, Social, Technology,
Ecology/environment and trend analysis)
3. Xiinxala raawwii hojiiwwanii bara darbee
(Analyzing the past achievement plan)
Bu’aawwaan gurguddoo argame/jiru (just you can
Itti......
4. Karoora Misooma Waggaa
Galma, Kaayyoo, tarkaanfilee fi Agarsiistuu
……
– Hojiilee gurguddoo, agarsiiftuwwan (KPI) fi
maniiwwan
– Pirojektoota/sagantaalee gurguddoo adda
bahan
– Tilmaama qabeenya karooricha raawwachiisuuf
barbaachisan (Humna Namaa, Faayinaansii
maddaa isaa waliin, kkf)
– Tarsiimoo Raawwii Karoorichaa (the way to
implement)
– Sodaa fi tarsiimoo sodaan ittiin xiqqaatu (Risks
and Assumptions)
Duuka Deemtuwwaan Karooraa
Gabatee 1: Karoora bu’aawwan fi Hojiiwwan Gurguddoo waggaa
(2016)
lakk Galmoota, Kaayyolee, Safar ulfaatins Raawwii Manii Manii (target)
hojiilee gurguddoo fi tu a Waggaa waggaa
Agarsiiftuuwwan (2017) (2018)
Kurm. 1ffaa Kurm. 2ffaa Kurm. 3ffaa Kurm. 4ffaa
Ado Hag Ful Onk Sad Mud Ama Gur Bit Eeb Cam Wax
Galma: 1
1.1 Kaayyoo1:A
Hojii
Gurguddoo/Agarsiiftuu
1.A.1
Hojii
Gurguddoo/Agarsiiftuu
1.A.2
Hojii
Gurguddoo/Agarsiiftuu
1.A.3
Hojii
Gurguddoo/Agarsiiftuu
1.A.4
Itti fufa
1.2 Kaayyoo 1.B
Hojii Gurguddoo/
Agarsiiftuu 1.B.1
Hojii Gurguddoo/
Agarsiiftuu 1.B.2
Gabatee 2: Ragaa Sagantaalee/Pirojektoota Buleeyyii (ongoing projects)
Qar. Miliyoonaan
Baasii
Barbaac
Bara/ Gatii walii Hojiirra
Maqaa Abbaa Iddoo Bara/yeroo hisu
Yeroo itti gala kan Kan
Lakk Sagantaalee/ Pirojeektii pirojeektichi itti
xumura pirojaktich oole Hafe
Pirojeektotaa bulchu itti Hojjetamu jalqabame Raawwii
mu aa (Baasii)
Fiizikaalaa Bara
hanga bara 2018
2017
6
Gabatee 3: Karoora Sagantaalee/Pirojektoota Haaraa, qorannoo fi
dizaayinii dabalatee Qarshii miiliyoonaan
Baasii
Faayinaansii
Maqaa Abbaa Pirojektii Iddoo pirojektichi itti Bara/yeroo itti Bara/ Yeroo itti
Lakk. Barbaachisu bara
Pirojektoota Bulchu Hojjetamu jalqabame xumuramu
pirojektiif
Bara 2018
I Sagantaalee/Pirojektoota Haaraa
Ida’ama
I. Qorannoo fi dizaayinii
Ida’ama
Ida'ama Waliigalaa
LET’S LEAD AND DEVELOP OUR CITY WITH PROPER PLANNING!
GALATOOMAA